Luke 1:79 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni worra dukkanaa fi gaaddisa du'aa keessa jiru maraaf hin issa; miila keennalle karaa nageyaatitti hin qajeelcha” jedhee raage.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka nami dukana keesa tataufi ka gaadisa duisa keesa tatuleti ifsu, aka faana teenna kara nagayaati qajeelchu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
akka warra dukkanaa fi gaaddisa du'aa keessa jiruutti ibsu, akka faana teenna karaa nagaa gula qajeelchu” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ifni isaallee worra dukkanaa fi gaaddidduu du'aa keessa jiraniif hin ifa. Luka keennallee gara karaa nagayaa qajeelcha» jedhee raage.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ifni isaallee worra dukkanaa fi gaaddidduu du'aa keessa jiraniif hin ifa. Luka keennallee gara karaa nagayaa qajeelcha» jedhee raage.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Inni worra dukkanaa fi gaadisa du'aa jala jiran maraafuu ni ibisa, tarkaaniffii keenna'llee gara karaa nagayaa titti, ni eemara.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni worra dukkanaa fi gaaddisa du'aa keessa jiru maraaf hin issa; miila keennalle karaa nageyaatitti hin qajeelcha» jedhee raage.