Luke 1:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gaafa tokko, badoon hujii hayyumma'aa ta hayyoota gooree Zakkaariyaasii waan teeteef, Zakkaariyaas fuula Waaqaa duratti hujii hayyummaa ifii hujiisaaf dhikaate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato inni huji qaallu Waaqa durati hojatu, guyyaani faro isaa gahe
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa tokkoo Zakaariyas guyyaan faroo isaa geennaan, hujii qaalluu Waaqaa duratti hojjachuuf dhufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa kochoo isaatitti afoo Rabbiititti yoo tajaajilu;
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee hennaa kochoo isaatitti afoo Rabbiititti hennaa tajaajilu;
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti gareen tajaajila qeesummaa Zakaariyaas, tajaajila Mana Waaqaatiif worra kore'ee ni ture, kanaaf inni Waaqa duranatti tajaajila qeesummaa isaa raawwachuu irra ni ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaafa tokko, badoon hujii hayyumma'aa ta hayyoota gooree Zakaariyaasii waan teeteef, Zakaariyaas fuula Waaqaa duratti hujii hayyummaa ifii hujiisaaf dhikaate.