Luke 1:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akka aadaa hayyootaatitti, gara Galma Waaqaa seenee hixaana akka aarsuuf carra'aan filame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka aada qaalole guutu. Hit'aani isa ira bue jennaani inni kae hit'aana Mana Waaqa keesati aarse.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka aadaa qaallolee guutu, hixaan isa irra bu'ee jennaan innii ka'ee hixaana Mana Waaqaa keessatti aarse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka seera gadootaatitti gara mana woyyuu Goofta'aa seenee akka hixaana aarsu hireen isa gaye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka seera gadootaatitti gara mana woyyuu Goofta'aa seenee akka hixaana aarsu hireen isa gaye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akka hujimaata qeesotaa ka baratamee titti, gara Mana Gooftaa ka Waaqeffanna'aa aseenee ixaana aarssu'uuf, carraan ni gayeen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka aadaa hayyootaatitti, gara Galma Waaqaa seenee hixaana akka aarsuuf carra'aan filame.