Luke 10:1 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Kanaan duuba Goottaan nama torbaatamii lamaan dhibii filatee, gara qacha'aa fi addee ifii dhaqu'uuf jiruu mara lamaan lamaaniin ifiin dura erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana Aabbooni nama torbaatami lama d'ibi fohate, lama lamaani lafa inni d'aqu fed'u ch'ufa ufi dura erge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii waan kanaa Aabboon nama torbaatamii lamaa dhibii foohatee, gara diraa fi lafa dhaquu fedhuu cufa lama lamaan ufi dura erge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Gooftaan namoota biraa torbaatamii lama muudee gara qacha'aa fi hulee ufii dhaqu'uuf ta'u maraa lama lama godhee isaan erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Gooftaan namoota biraa torbaatamii lama muudee gara qacha'aa fi hulee ufii dhaqu'uuf ta'u maraa lama lama godhee isaan erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Gooftaan kaanniin namoota torbaatamii lama ni file, inni'llee gara deemu'uuf yaade gara magaala'aa durssanii akka deemaniif, lama lama taasisee isaan ni erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba Goottaan nama torbaatamii lamaan dhibii filatee, gara qacha'aa fi addee ifii dhaqu'uuf jiruu mara lamaan lamaaniin ifiin dura erge.