Luke 10:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
isaaniin ‘Bukuu qachaa keessanii ka miila keennatti qabattelle ifi irraa hin haxowanna; ammoo mootummaan Waaqaa akka dhi'aatte beekka'a!’ jedha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Awaara dira keesani ta faana teennati qabatte nu isaniti hat'aanna; ammo waan kana beekha, Finni Waaqa ya d'iaate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
‘Awwaara dira keessan keessaa ta faana teennatti qabatteellee nu ufi irraa haxoomna, ammoo akka Mootummaan Waaqaa dhi'aatte beekaa’ jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Daaraa qachaa keessanii luka keenna irraa hin dhadhayanna; haa ta'uu ammo jeennanni Rabbii gara keessan akka dhiyaatte beekaa'a!› jedhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
‹Daaraa qachaa keessanii, luka keenna irraa hin dhadhayanna; haata'uu ammoo jeennanni Rabbii gara keessan akka dhiyaatte beekaa'a!› jedhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kunoo, awwaaruma miila keenna irra jiru ka magaalaa keessanii'llee ni dhadhawanna, garuu Mootummaan Waaqaa gara keessan akka dhiyaate beekaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaaniin ‹Bukuu qachaa keessanii ka miila keennatti qabattelle ifi irraa hin haxowanna; ammoo mootummaan Waaqaa akka dhikaatte beeka'a!› jedha'a.