Luke 10:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri torbaatamii lamaan gammada gudda'aan deebi'anee dhufanee, “Goottaa, yennaa nuuti maqaa keetiin ajajne durriisotille nu'uuf ajajamane” jedhaneen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari torbaatami Lamaani kaani gammadaani gale waan jed'e Aabbo, jinnileeni nuu sarmiti maqa kanketiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii torbaatamii lamaa kaan gammadaan dacha'ee, “Aabboo, jinniilleen maqaa keetiin nuu sarmiti” jedhe
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni torbaatamii lamaa gammachu'uun gara isaa deebi'anii, «Gooftaa keenna! maqaa keetiin jinniin nuuf ajajame» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni torbaatamii lamaa gammachu'uun gara isaa deebi'anii, «Gooftaa keenna!, maqaa keetiin jinniinillee nuuf ajajame» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ergamittoonni torbaatamii lamaanuu bakka itti ergamanii gammachu'uun deebi'anii ni dhufan, gara Yesusii'llee dhiyaatanii, «Yaa Gooftaa! Maqaa keetiin hafuuronni nuuf ajajamanii jiran» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri torbaatamii lamaan gammada gudda'aan deebi'anee dhufanee, «Goottaa, yennaa nuuti maqaa keetiin ajajne durriisotille nu'uuf ajajamane» jedhaneen.