Luke 10:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Seexanni akka balaqqeetti'ii ol-gubba'aa bu'uun dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Anini Sheet'ana aka angaasu gubba gadi buu arge.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo deebisee, “Anin Sheexana akka hangaasuu gubbaa gad bu'uu arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Seexanni akka bakakka'aatitti hennaa sami'ii gad bu'u arge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee akkana isaaniin jedhe, «Seexanni akka bakakka'aatitti hennaa sami'ii gadi bu'u arge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Sheexanni akka bakakka'aa titti darbamee sami'ii yoo bu'u ni argeen,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Seexanni akka balaqqeetti'ii ol-gubba'aa bu'uun dhagge.