Luke 10:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni isaaniin, “Midhaan haamamu gudda'aa, worri haamu ammoo diqqa'a; abbaan midhaanii worra haamu gara ficha'aa akka erguuf kadhadha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan worraani jed'e, Mid'aani murani guddo, ammo nami muru diqa; tanaafi abba mid'aani kad'ad'a, aka nama mid'aani muru oobruti ergu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii warraan, “Midhaan muran guddoo, namii muruu ammoo diqqaa; tanaaf akka nama midhaan muruu oobruutti erguu, abbaa midhaanii kadhadhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkana isaaniin jedhe, «midhaan haamamu gudda'a worri haamu ammo diqqa'a. Kanaafuu abbaan midhaanii worra midhaan haamu akka gara maasa'aa ergu isa kadhadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkana isaaniin jedhe, midhaan haamamu gudda'a worri haamu ammoo diqqa'a. Kanaafuu abbaan midhaanii worra midhaan haamu gara maasa'aa akka ergu isa kadhadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Kunoo, callaan baayi'e'ee, hojjattoonni calla'aa garuu isaan muraasonni, kanaaf Gooftaan calla'aa hujii calla'aatiif hojjattoota dabalataa akka ergu, kadhadha'aanii.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Midhaan haamamu gudda'aa, worri haamu ammoo diqqa'a; abbaan midhaanii worra haamu gara ficha'aa akka erguuf daadimadha'a.