Luke 10:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Te'uu malee, maqaan keessan ol-gubba'atti waan barreeffameef gammada'a malee, ayyaanni hamaan waan isiniif ajajameef hin gammadina'a” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan jinniini isani sarmitufi ingammadina, ammo maro maqa keesani gubbati t'aafanifi gammada.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan jinniin isanii sarmituuf hingammadinaa, ammoo marroo maqaa keessan gubbaatti barreessaniif gammada” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo waan ayyaanni battiin isinii ajajameef hin gammadinaa'a; waan maqaan keessan sami'itti barreeffameef gammadaa'a.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo ayyaanni battiin waan isinii ajajameef hin gammadinaa'a; maqaan keessan ammoo waan sami'itti barreeffameef gammadaa'a.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Garuu maqaan keessan galmmee sami'ii titti waan barreeffameef gammadaa malee, hafuuronni waan isiniif ajajamaniif, hin gammadinaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, maqaan keessan ol-gubba'atti waan barreeffameef gammada'a malee, ayyaanni hamaan waan isiniif ajajameef hin gammadina'a» isaaniin jedhe.