Luke 10:23 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba gara barattoota ifii garagalee qofii isaaniititti, “Ilti waan isin dhaggitanu dhaggitu ta eebbifante.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Yesoni jara ufiti garagale d'ossaani waan jed'eeni, Ayyaana ila waan isani argitani argatu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus jara ufiitti garagalee dhossaan, “Iltii waan isan argitan agartuu ta badhate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa gara darasoota ufii gara galee hojja isaaniititti, «Ijji waan isin argitan argitu ta eebbifamte.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa gara darasoota ufii garagalee hojja isaaniititti, «Ijji waan isin argitan argitu ta eebbifamte.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus gara barattoota isaa deebi'eeti, addatti akkana isaaniin ni jedhe, «Waan isin argitan kana ka argan, isaan ka eebbifaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba gara barattoota ifii garagalee qofii isaaniititti, «Ilti waan isin dhaggitanu dhaggitu ta eebbifante.