Luke 10:26 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus deebisee, “Seera Muuse'ee keessatti maanti barreeffameera? Attamitti dubbitee hiitta?” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Seera keesati maal t'aafani? Maal soomta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo deebisee, “Seera keessatti maal barreessan? Akkamiin dubbicha?” jedhee isuma gaafate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus deebisee, «Wonti Seera Muuse'ee keessatti barreeffame maali'i? attamitti dubbiftee hiitta?» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus deebisee, «Wonti Seera Muuse'ee keessatti barreeffame maali'i? attamitti dubbiftee hiitta?» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Seera keessatti maaltu barreeffamee jira? Dubbiffittee attamitti hubattan?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus deebisee, «Seera Muuse'ee keessatti maanti barreeffameera? Attamitti dubbittee hiitta?» jedhe.