Luke 10:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Sirri'itti deebiteerta; yoo tana goote jiruu bara baraa hin dhaggatta” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Aka dansa deebifte, akana tolchi, injiraata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Akka dansaa deebifte, akkana tolchi, duuba lubbuun injiraattaa” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuusillee, «dhugaa deebifte, kana godhi lubbu'uun jiraattaa» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuusillee dhugaa deebifte, kana godhi lubbu'uun jiraattaa» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Qajeelatti deebifittee jirta, eegaa ati'llee kana raawwadhu! Jireenna bara baraa'llee ni argatta» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Sirri'itti deebiteerta; yoo tana goote jiruu bara baraa hin dhaggatta» jedhe.