Luke 10:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Beekkichi Seera Muuse'ee ammoo akka waan nama balchaa te'ee ifi mudhisiisa barbaadee, “Ollaan kiyya kam inni?” jedhee gaafate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni ufi d'ugeesu fed'e waan Yesoni jed'e, Oboleesi kiyya eenufa?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii seeraa ammoo nama qulqulloo ufi tolchuu fedhee, “Ollaan kiyya eennufaa?” Yesusiin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo qajeelaa uf godhuu fedhee Yesuusiin, «Goshoon kiyya eennu inni» jedhee gaafateen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo qajeelaa uf godhuu fedhee, Yesuusiin, «Goshoon kiyya eennu inni» jedhee gaafateen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barsiisaan seeraa garuu mataa isaa qulqullaawota fakkeessu'uuf barbaadee, «Haa ta'u malee waahelli kiyya eennu?» jechu'uun, ni gaafateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beekkichi Seera Muuse'ee ammoo akka waan nama balchaa te'ee ifi mudhisiisa barbaadee, «Ollaan kiyya kam inni?» jedhee gaafate.