Luke 10:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma beena'a! Kunoo ani akka ilmoolee hoole'ee yayyii odduu isin erga.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kara qabad'a, anini aka ilmoole hooliye yeyi keesa isani erga.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Amma beenaa, karaa qabadhaa, anin akka ilmoolee hooliyyee yayii keessa isan ergaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Deemaa, ani akka Hoolotaa Yayyii edduu isin erga.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Deemaa, ani akka Hoolotaa Yayyii edduu isin erga.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa deemaa, kunoo akka hoolotaa yayyiiwwan jidduu isin ni erga,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma beena'a! Kunoo ani akka ilmoolee hoole'ee yayyii odduu isin erga.