Luke 10:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hayyuun tokko karaa san adoo dabaruu, yennaa namicha dhagge ammoo, irraa goree dabare.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka ayyaana qaallichi toko kara suni bahe; isa arginaani d'aatu dabre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma tasaa qaallichii tokko karaa sun ba'ee, isa arginaan irraa goree bira ba'ee dabre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gadichi tokko dimmaa karaa saniin uduu deemu isa argee irraa goree lufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gadichi tokko dimmaa karaa saniin uduu deemu isa argee, irraa goree lufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akka tasaa qeesichi tokko karaa saniin ni deema ture, nama dhaanamee gatame yeroo argeenitti, womaayuu uduu isa hin garggaariniin gara bira'aatiin dabrree ni deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyuun tokko karaa san adoo dabaruu, yennaa namicha dhagge ammoo, irraa goree dabare.