Luke 10:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Samaariya'aa tokko ammoo, ka karaa san deemu irra dhufee, yennaa isa dhagge nayeef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo namichi lafa Samaria toko, ato kara deemu, isaani bahe; isa arge jennaani naheefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii lafa Samaariya tokko ammoo, adoo karaa deemuu isaan ba'ee, isa argee jennaan na'eefii,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namichi Samaariya'aa tokko ammo deema'aa gara isaa dhufee, hennaa isa arge hin gaddeef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namichi Samaariya'aa tokko ammoo, deemaa gara isaa dhufee, hennaa isa arge hin gaddeef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namichi Samaariyaa tokko garuu karaa saniin yoo dabrru gara namichaa ni dhufe, yeroo isa argetti'llee garaa ni laafeef,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Samaariya'aa tokko ammoo, ka karaa san deemu irra dhufee, yennaa isa dhagge nayeef.