Luke 10:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isiin obboleettii Maariyaam jedhantu takka qaddi; Maariyaamiin sun miila Yesuusii jala teettee dubbii isaa caqasiisatti jirtiiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini oboleeti qabdi ta Mariamu jed'ani; Mariamuni miila Yeso jala teete dubbi isaa ch'aqafte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isiin obbooleettii Maariyaam jedhan tokko qabdi; Maariyaam miila Yesus jala teettee dubbii isaa caqafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin obboleettii Maariyaam jedhamtu qabdi. Maariyaam ammo dubbii isaa dhagayu'uuf luka Yesuusii jala teette.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isiinillee obboleettii Maariyaam jedhamtu qabdi. Maariyaam ammoo dubbii isaa dhagayu'uuf luka Yesuusii jala teette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
isin'llee obboleettii Maariyaam jedhamttu qabddi ture, Maariyamiin tun'llee miila Yesusii jala teettee, barsiisa isaa ni dhageefatti ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin obboleettii Maariyaam jedhantu takka qaddi; Maariyaamiin sun miila Yesuusii jala teettee dubbii isaa caqasiisatti jirtiiyyu.