Luke 10:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Korojoo yookiin subba yookiin kophee hin qabatina'a; eennulle nageya fuudhiisaaf kara'atti hin dhaabbatina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Borsa imfud'atiina, subba yokhaani kopele, nama karaati argitani nagaya imfud'iina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kareerisa hinfudhatinaa, subba yokaan kopheellee, nama karaatti argitan nagaa hinfuudhinaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Korojoo, qaraciitii, kopheellee hin qabatinaa'a; eennuunillee kara'atti nagaya hin gaafatinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Korojoo, qaraciitii, kopheellee hin qabatinaa'a; eennuunillee kara'atti nagaya hin gaafatinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
karaa keessaniif'llee womaayyuu hin qabatinaa, korojoo qarshii'llee yoo ta'e, qaraciitii'llee yoo ta'e, kophee'llee yoo ta'e hin qabatinaa, namaan woliin nagaya wol gaafachu'uun karaa irra dhaabatanii, yeroo hin balleesinaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Korojoo yookiin subba yookiin kophee hin qabatina'a; eennulle nageya fuudhiisaaf kara'atti hin dhaabbatina'a.