Luke 10:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maartaan ammoo hujiin mana keessaa waan itti heddatteef, gara isaa dhuttee, “Gootta'a, obboleettiin tiyya akka ani callaan hujuuf yennaa isiin qofuu na lakkittu cadhittee ilaalta? Akka isiin dhuttee na gargartuuf itti himi” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Marthani waan gololaatiini gaargalte; duuba isati d'ufte waan jetteeni, Aabbo, aka oboleetiini tiyya waan golola ch'ufa nati lakifte ingartu? Deemi isi qarqaari jed'iini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Maartaan ammoo guddoo waan gololaa ka qopheesituun gaargaltee jennaan, gara isaa dhuftee, “Aabboo, akka obbooleettiin tiyya waan gololaa cufa natti lakkifte hingartuu? ‘Deemii isii qarqaar’ jedhiin” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maartaan ammo waan hujiin itti guddateef jaatanooftee gara isaa dhiyaattee, «Gooftaa kiyya! obboleettiin tiyya na gargaaruu diddee yoo ani hojja kiyyatti hojjadhu garaa si nyaadhuu? kanaafuu akka na gargaartu itti himi» jetteen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maartaan ammoo waan hujiin itti guddateef jaatanooftee, gara isaa dhiyaattee, «Gooftaa kiyya! obboleettiin tiyya na gargaaruu diddee yoo ani hojja kiyyatti hojjadhu garaa si nyaadhuu? kanaafuu akka na gargaartu itti himi» jetteen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maaritaan garuu nyaataa qopheesu'uun akka cimaa ta'e ni dadhabiddi ture, kanaaf gara Yesusii dhiyaattee, «Yaa Gooftaa! Obboleettiin tiyya tun hujii maraa anumatti dhiiftee, adda kiyya yoo dadhabu uduu argitu, ni caldhifttaa? Yabo'oo akka ana gargaartuuf itti himi!» ni jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maartaan ammoo hujiin mana keessaa waan itti heddatteef, gara isaa dhuttee, «Gootta'a, obboleettiin tiyya akka ani callaan hujuuf yennaa isiin qofuu na lakkittu cadhittee ilaalta? Akka isiin dhuttee na gargaartuuf itti himi» jette.