Luke 10:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
ka barbaachisu ammoo waan tokkocha calla'a. Maariyaamiin waan dansaa filateerti, isii irralle'ee hin fudhatamu” isi'iin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo waan toko ch'alla fed'ani. Mariamuni yayu waan ira dansa fohatte, isi iraa imfuud'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
wantii fedhan ammoo tokko callaa. Maariyaam yaayyuu waan irra dansaa foohattee, isii irraa infuudhan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Wonti barbaachisu ammo waan diqqo'o; yookaan waan tokko. Maariyaam hiree mishaa filatteerti isii irraa hin fudhatamu» isi'iin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka barbaachisu ammoo waan diqqoo yookiin waan tokko. Maariyaam hiree mishaa filatteerti isii irraa hin fudhatamu» isi'iin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu wonitti barbaadamaan waan tokko qofa, Maariyaam waan fooyyaye filattee jirtti, isa'llee ka isii irraa fudhatu eennu'llee hin jiru.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ka barbaachisu ammoo waan tokkocha calla'a. Maariyaamiin waan dansaa filatteerti, isii irralle'ee hin fudhatamu» isi'iin jedhe.