Luke 10:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Mana tokko yennaa seentane duraan dursa'aatii, ‘Nageenni mana kanaaf te'uu!’ jedha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana seentani ch'ufaani, Waaqi nagaya isani kenniina jed'a.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mana seentan cufaan qaraa, ‘Waaqii nagaa isanii kenninnaa’ jedhaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa mana tokko seentan duraan dursa'aatii, ‹Nageenni mana kanaaf haa ta'u› jedhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa mana tokko seentan duraan dursa'aatii, ‹Nageenni mana kanaaf haata'u› jedhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mana aseentan marattuu durssa'aatii, nageenni mana kanaaf haa ta'u jedhaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mana tokko yennaa seentane duraan dursa'aatii, ‹Nageenni mana kanaaf te'uu!› jedha'a.