Luke 10:6 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo nami nageya jaallatu achi jiraate, nageenni keessan nama saniif te'uu ti; yoo hin jiraanne, nageenni keessan isinii deebi'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami nagaya fed'u achi jiraate, nageenni keesani isa woliini taa; ammo yo injirre isaniti deebia.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo namii nagaa fedhu ach jiraatee, nageennii keessan isa waliin taa'a; ammoo yo hinjirree isanitti deebi'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni nagaya keessan fudhatu yoo achi jiraate nageenni keessan nama saniif ta'a. Yoo fudhachuu baatan ammo nageenni keessan isinii deebi'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni nagaya keessan fudhatu yoo achi jiraate, nageenni keessan nama saaniif ta'a. Yoo fudhachuu baatan ammoo nageenni keessan isinii deebi'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Naminni nagayaa jaalataan mana kana keessa yoo jiraate nageenni keessan isa irra ni bula, yoo ta'uu dhabaate ammoo, nageenni keessan gara keessan ni deebi'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo nami nageya jaalatu achi jiraate, nageenni keessan nama saniif te'uu ti; yoo hin jiraanne, nageenni keessan isinii deebi'a.