Luke 10:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa gara qachaa tokkoo seentanee isin fudhatane maraa, waan isiniif kennanu sooradha'a;
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira duuddani ch'ufa yo isani yaamani, waan isanii kennani ch'ufa soorad'a;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dira duuddan cufa yo isan yaaman, waan isanii kennan cufa sooradha;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa dhaxxan marattuu yoo isin simatan waan isaan isinii dhiyeessan nyaadhaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qachaa dhaxxan marattuu yoo isin simatan, waan isaan isinii dhiyeessan nyaadhaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Gara magaalaa kamiituu yoo aseentanii fi namoonni'llee yoo ufitti isin fudhatan, waanuma isiniif dhiyeessan nyaadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa gara qachaa tokkoo seentanee isin fudhatane maraa, waan isiniif kennanu sooradha'a;