Luke 10:9 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
qachaa san keessatti dhibamaa fayyisa'a; kolbaa achi jirtulle'een, ‘Mootummaan Waaqaa isinitti dhi'aateerti’ jedha'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama fayya intahiini fayyisa, Finni Waaqa la isaniti d'iaate jed'aani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
nama ach keessaa ka fayya hinta'in, fayyisaa, ‘Mootummaa Waaqaa la isanitti dhi'aatte’ jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhukkubsattoota achi jiran fayyisaa'a, ‹Jeennanni Rabbii gara keessan dhiyaatteerti› jedha'aanii.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Dhukkubsattoota achi jiran fayyisaa'a, ‹Jeennanni Rabbii gara keessan dhiyaatteerti› jedha'aanii.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhukkubisattoota magaalaa sanitti argaman'llee fayyisaa, ummataan'llee, Mootummaan Waaqaa gara keessan dhiiyaattee jirtti jedha'aa, dubbadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
qachaa san keessatti dhibamaa fayyisa'a; kolbaa achi jirtulle'een, ‹Mootummaan Waaqaa isinitti dhikaateerti› jedha'a.