Luke 11:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ka kadhatu maraa hin fudhata; ka barbaadu maraa hin dhaggata; ka dhodhowu maraaf balbalti hin bananti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi nami wo kad'atu ch'ufti inargata, nami woi barbaadu, inarga; nami balbala d'ad'aule duraa banani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii akkanatiif namii wa kadhatu cuftii inargata, namii wa barbaadu, inarga; nama balbala dhaadha'uullee duraa banan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kadhatu maruu hin argata; Ka barbaadullee hin argata; ka balbala dhadhayuufillee jalaa banama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni kadhatu maruu hin argata. Ka barbaadullee hin argata, ka balbala dhadhayuufillee jalaa banama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka kadhatu marrinuu ni fudhata, ka barbaadu'llee ni argata, cufantaa'llee ka dhadhayuu ni banamaaf.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka gaafatu maraa hin fudhata; ka barbaadu maraa hin dhaggata; ka dhodhowu maraaf balbalti hin bananti.