Luke 11:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yookiin yoo inni quuphaa kadhate qaajjibbuu hin kennaafii?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani yo inni okhokaani kad'ate qaanjibu kennaafi?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yokaan yo innii okokkaan kadhate qaanjibbuu kennaaf?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yookaan yoo inni kallee kadhate buutii kennaafii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yookiin yoo inni kallee kadhate buutii kennaafii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yookiin killee yoo kadhateen, qaajjibbuu ni kennaafii ree?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yookiin yoo inni quuphaa gaafate qaajjibbuu hin kennaafii?