Luke 11:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus durriisa duudaa tokko baase. Yennaa durriisi baye, namichi dubbatiisa jalqabe; namootille baaseffatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni tae jinni duuda baasu jira; jinniini baanaani namichi duudani kaani dubbate, gumileeni guddo mamte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaafa tokkoo adoo Yesus taa'ee jinnii duudaa baasuu jiruu, jinniin baanaan namichii duudaan kaan dubbatee, gumiilleen guddoo mamte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaaf tokko Yesuus nama jinniin dhayee dubbachuu dhoogge keessaa jinnii baasa'aa ture. Jinniin haga keessaa bayeen maayessa namichi duudaan sun dubbannaan baniin hin maalalfate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gaaf tokko Yesuus nama jinniin dhayee dubbachuu dhoogge keessaa jinnii baasa'aa ture. Jinniinillee haga keessaa bayeen maayessa namichi duudaan sun dubbannaan baniin hin maalalfate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Guyyaa tokko Yesus jinnii naminni akka hin dubbanne taasisu nama duudaa tokko keessaa ni baasa ture, jinniin yeroo keessaa bayetti'llee, namichi duudaan dubbachuu jala ni qabe, ummanni'llee waan kanaan haalaan ni maalale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus durriisa duudaa tokko baase. Yennaa durriisi baye, namichi dubbatiisa jalqabe; namootille baaseffatane.