Luke 11:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Namooti gariin ammoo, “Inni hunna Bi'el Zebulii mooticha dirriisotaatiin durriisota baasa” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nami gari waan jed'e, Inni jabeenna Beelzebuli, gudda jinnitiini jinni baasa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii garii ammoo, “Innii jabeenna Bi'el zebulii, guddaa jinniitiin jinnii baasa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo isaan keessaa namoonni gari gariin, «Inni hunna Bi'elzebulii bulchaa jinni'iitiin jinnii baasa» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo isaan keessaa namoonni gari gariin, «Inni hunna Bi'elzeebulii bulchaa jinni'iitiin jinnii baasa» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokko tokkoon isaanii garuu, «Jinnii ka baasuun itti gaafatamaa Jinniiwwanii ka ta'e, Bi'el Zebuliin» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti gariin ammoo, «Inni hunna Bi'el Zebulii mooticha durriisotaatiin durriisota baasa» jedhane.