Luke 11:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Seexanni wol mormee yoo gargar ifi qodde, mootummaan isaa attamiin dhaabbatuu dandeetti? Waan isin anaan, “Inni hunna Bi'el Zebuliitiin durriisota baasa jettaneef” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guddinni Sheet'ana, yo inni gargari qoodame, akamiini ejata? Isani, Atini jinni jabeenna Beelzebulitiini baafta naani jettani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guddinnii Sheexanaa, yo innii gargarii ba'ee, akkamiin ejjata? Isan, ‘Atin jinnii jabeenna Bi'el Zebulitiin baafta’ naan jettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre Seexanni wol mormee yoo gar gar uf fooye, mootummaan isaa attamiin dhaabatuu dandeetti? waan isin anaan, «Inni hunna Bi'el Zeebuuliitiin jinnii baasa jettaniif» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre Seexanni wol mormee yoo gargar ufi foyye, mootummaan isaa attamiin dhaabatuu dandeetti? waan isin anaan, «Inni hunna Bi'el Zebuliitiin jinnii baasa jettaniif» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf sheexanni ufii isaatii qoodamee gargar ka bayu yoo ta'e, mootummaan isaa attamitti jabaatee dhaabachu'uuf danda'aa? Isin garuu, ‹inni hafuurota ka baasu Bi'el Zebuliin› naan jettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Seexanni wol mormee yoo gargar ifi qoode, mootummaan isaa attamiin dhaabbatuu dandeetti? Waan isin anaan, ‹Inni hunna Bi'el Zebuliitiin durriisota baasa› jettaneef tana jedhe.