Luke 11:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Yennaa daadimattanu tana jedha'a: ‘Abbaa keenna, [ka ol-gubbaa jirtu:] Maqaan keeti woyyoomu; Mootummaan teeti dhuttu. [Fedhiin teeti akkuma ol-gubba'atti teete, lafa irralle'etti teetuu.]
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan jed'eeni, Hojja kad'attani waan jettani, Aabbo, maqa kanke qulqullo ha guddisani; finni kanke ha d'ufu
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus, “Yo kadhattan akkana kadhadhaa! Aabboo maqaa kankee qulqulloo ha guddisanii; Mootummaan tantee ha dhuftuu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Hennaa Rabbiin kadhattan akkana jedhaa'a, ‹[Abbaa keenna ka samii jirtu] maqaan kee haa woyyoomu, jeennanni tee haa dhuftu, fedhiin kee akkuma samii irratti ta'e akkasuma lafa irrattillee haa ta'u.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee hennaa faateffattan akkana jedhaa'a, Abbaa keenna ka samii jirtu maqaan kee haa woyyoomu, jeennanni tee haa dhuftu, fedhiin kee akkuma samii irratti taate akkasuma lafa irrattillee haa taatu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee, «Yoo kadhattan akkana jedhaa isaaniin jedhe, ‹[samii ka jiraatu] yaa Abbaa keenna! maqaan kee Qulqulluu haa ta'u! mootummaan kee haa dhufittu!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Yennaa daadimattanu tana jedha'a: «‹Abbaa keenna, [ka ol-gubbaa jirtu] Maqaan keeti woyyoomu; Mootummaan teeti dhuttu. [Fedhiin teeti akkuma ol-gubba'atti teete, lafa irralle'etti teetuu.]