Luke 11:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yoo ani hunna Waaqaatiin durriisota ka baasu te'ee, akka mootummaan Waaqaa gara keessan dhutteertu beeka'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo, yo anini quba Waaqatiini jinni baase, d'uguma Finni Waaqa ya isaniti d'ufe.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo, yo anin irree Waaqaatin jinnii baasee, dhugumaa Mootummaan Waaqaa ya isanitti dhi'atte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ammo hunna Rabbiitiin yoo ka jinnii baasu ta'e, eegasuu jeennanni Rabbii gara keessan dhufteerti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani ammoo hunna Rabbiitiin yoo ka jinnii baasu ta'e, eegasuu jeennanni Rabbii gara keessan dhufteerti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ani hafuurota huminna Waaqaatiin ka isaan baasu yoo ta'e, Mootummaan Waaqaa gara keessan dhufuu isi'ii beekaa.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoo ani hunna Waaqaatiin durriisota ka baasu te'ee, akka mootummaan Waaqaa gara keessan dhutteertu beeka'a.