Luke 11:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nami jabaan tokko, meya woraanaa mara hidhatee, mana ifii yennaa eeggatu, qabeenni isaa marti hin eegamaaf.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo nami jabaani, ka woraana qabu, mana ufi eege horiini isaa nagaya qaba.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii jabaan, yo waraanaa wantee qabu cufaan mana ufii eegatee, horiin isaa nagaan taa'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni jabaan sibiilaa fi wontee qabatee, dallawa ufii yoo eege qabeenni isaa hin tuqamu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni jabaan sibiilaa fi wontee qabatee, dallawwa ufii yoo eege qabeenni isaa hin tuqamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Naminni jabaan tokko meeshaa woraanaa qabatee mana isaa ka eeggatu yoo ta'e, qabeenni isaa akka ta'utti ni eegamaaf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami jabaan tokko, meya woraanaa mara hidhatee, mana ifii yennaa eeggatu, qabeenni isaa marti hin eegamaaf.