Luke 11:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni hamaan nama keessaa yennaa bawu, addee itti foorfatu barbaadatiisaaf, lafa bisaan hin jirre keessa deddeebi'a; addee barbaadatee yoo dhagguu dhabe, ‘Mana kiyya ka keessaa bayetti deebi'a’ jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi jinniini hamtuuni nama keesaa baate, isiini lafa godduti dabarte fulla boqota barbaaddi; d'amnaani waan jettu, Mana kiyya ka bahefiti deebia.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Jinniin hamtuun yo nama keessaa baatu, lafa godduu dhaxxeetti fulaa itti foorfattuu barbaaddee, yo dhabduu, ‘Mana kiyya ka ba'eefiitti deebi'a’ jetti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni hamaan hennaa nama keessaa baye, hulee hara itti baafatu soqa'aa gara lafa bisaan hin jirree dhaqa; yoo dhabe ammo, ‹Gara mana kiyya ka keessaa bayeetitti deebi'a› jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni hamaan nama keessaa hennaa baye, hulee hara itti baafatu soqa'aa gara lafa bisaan hin jirree dhaqa; yoo dhabe ammoo, ‹Gara mana kiyya ka keessaa bayetti deebi'a› jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Hafuurri battiin nama keessaa yeroo bayetti bakka itti boqatu barbaadu'uun, bishaan bakka hin jirre lafa gogeetii mara keessa ni naanaya, bakka itti boqatu yoo dhabe garuu ‹gara dhufetti deebi'ee haa deemuu› ni jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ayyaanni hamaan nama keessaa yennaa bawu, addee itti foorfatu barbaadatiisaaf, lafa bisaan hin jirre keessa deddeebi'a; addee barbaadatee yoo dhagguu dhabe, ‹Mana kiyya ka keessaa bayetti deebi'a› jedha.