Luke 11:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo deebisee, “Worri jecha Waaqaa dhage'ee ajajamuuf caalaa ka badhaadhe!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan Yesoni jed'eeni, Nami dubbi Waaqa d'agaye guutu, ha hagami eeba argatu!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo deebiseefii, “Namii dubbii Waaqaa dhaga'ee guutuu, ha guddoo eebba argatuu!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni deebisee, «Worri dubbii Rabbii dhagayee ajajamu caalaa ka eebbifame!» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni deebisee, «Worra dubbii Rabbii dhagayee ajajamu caalaa ka eebbifame!» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu, «Isaan ka eebbifaman ammoo dubbii Waaqaa dhagayanii, hujii irra worra oolichan» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo deebisee, «Worri jecha Waaqaa dhage'ee ajajamuuf caalaa ka badhaadhe!» jedhe.