Luke 11:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sagalee nuu barbaachittu guyyuma guyya'aan nuu kenni.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
liqimsa teenna guyya ch'ufa nuu kennni.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
liqimsaa teenna ta guyyaa cufaa nuu kenni!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nyaata nu barbaachisu guyyama guyya'aan nuu kenni!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Nyaata nu barbaachisu guyyama guyya'aan nuu kenni.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Buddeena keenna ka guyyaa kanaa, guyyamaan nuuf kenni!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sagalee nuu barbaachittu guyyuma guyya'aan nuu kenni.