Luke 11:30 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Raagichi Yoonaas kolbaa Nanawwe'eetiif beessisa akka te'e ilmi namaalle dhaloota adhaa kanaaf beessisa hin te'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma Yonaani akheekha jara Ninawiti tahe, akasuma Ilmi Namaleeni d'aloota kana akheekha taha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma Yoonaas jara Nanawweetii akeeka ta'ee, akkasuma ilmii namaalleen dhaloota kanaa akeeka ta'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma Yoonaas banii Nanawwe'eetii malkata ta'e; akkasuma ammo Ilmi namaa dhaloota kanaaf malkata ta'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma Yoonaas banii Nanawe'eetii malkata ta'e; akkasuma ammoo Ilmi namaa dhaloota kanaaf malkata ta'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Nabiyyichi Yoonaas namoota magaalaa Nanawwe'eetiif malikata akkuma ture akkuma kana Ilmi Namaa'llee dhaloota kanaaf malikata ni ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagichi Yoonaas kolbaa Nanawwe'eetiif beessisa akka te'e ilmi namaalle dhaloota adhaa kanaaf beessisa hin te'a.