Luke 11:32 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kolbaan qachaa Nanawwe'ee guyyaa mura'aa dhaloota kana woliin kaatee isinitti hin murti; kolbaan Nanawwe'ee lallaba Yoonaasii dhageettee cubbuu irraa deebiteerti. Kunoo ka Yoonaas caalu as jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya qorsuma jari Ninawi kae isani himata. Wonti akanatiifi worri dubbi Yona d'ageennaani daba iraa deebie; ammo hubad'a, nama Yona ira jiruti arma jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Guyyaa qorsummaa jarii Nanawwee ka'eetti isan himata, maaliif warrii dubbii Yoonas dhageennaan cubbuu irraa deebi'e; ammoo hubadhaa, nama Yoonas irra jiruutti arma jiraa” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni Nanawwe'ee dhaloota kana woliin ka'anii isatti murteessan. Lallaba Yoonaasiitiin waan aagii galaniiraniif kunoo ka Yoonaasiin caalu as jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namoonni Nanawe'ee dhaloota kana woliin ka'anii isatti murteessan. Lallaba Yoonaasiitiin aagii waan galaniiraniif kunoo ka Yoonaasiin caalu as jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana namoonni magaalaa Naanayee guyyaa murti'ii titti dhaloota kana woliin ka'anii isa irratti ni murtteessan, namoonni Naanayee lallaba Yoonaasii yeroo dhagayanitti, cubbuu isaaniitiin gaabbanii gara Waaqaa titti deebi'anii jiran, garuu kunoo, ka Yoonaasiin caalu asi ni jira.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan qachaa Nanawwe'ee guyyaa mura'aa dhaloota kana woliin kaatee isinitti hin murti; kolbaan Nanawwe'ee lallaba Yoonaasii dhageettee cubbuu irraa deebiteerti. Kunoo ka Yoonaas caalu as jira.