Luke 11:37 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa dubbatee ka'e, Fariisaayichi tokko sagalee nyaatiisaaf gara mana ifii isa waame; maarre inni nyaatiisaaf gara mana isaa dhaqee tee'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato Yesoni dubbatu namichi Farisayo toko sagaleti isa yaame; tanaafi inni mana olseene nyaataa tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus dubbii afaanii buufannaan namichii Fariisichii tokko sagaleetti isa yaame; jennaan innii mana olseenee nyaataa taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus uduu waan kana dubbata'aa jiru, Fariisichi tokko akka inni isa woliin hurbaata nyaatu gara mana ufii isa waame; innillee mana isaa dhaqee taa'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus waan kana uduu dubbataa jiru, Fariisichi tokko akka inni isa woliin hurbaata nyaatu'uuf gara mana ufii isa waame; innillee mana isaa dhaqee taa'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus kana yeroo dubbatutti Farisichi tokko laaqana ni afeereen, gara mana Farsichaa'llee aseenee laaqana nyaachu'uuf gara qori'ii ni dhiyaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa dubbatee ka'e, Fariisaayichi tokko sagalee nyaatiisaaf gara mana ifii isa waame; maarre inni nyaatiisaaf gara mana isaa dhaqee tee'e.