Luke 11:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Fariisaayichi sun Yesuus adoo harka hin dhiqatin nyaataaf akka tee'e yennaa dhagge maalalfate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namichi Farisayo kaani akasi arginaani mame, maro inni sagale durati qara harka ind'iqatiniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii Fariisichii kaan akka Yesus sagalee duratti qaraa harka hindhiqatin argee jennaan mame.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fariisichi sun akka inni nyaataan dura harka ufii hin dhiqanne argee maalaleen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Fariisichi sun akka inni nyaataan dura harka ufii hin dhiqanne argee maalaleen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus'llee laaqana nyaachu'uun duranatti harka isaa waan hin miicatniif, Farisichi ni maalalffate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Fariisaayichi sun Yesuus adoo harka hin dhiqatin nyaataaf akka tee'e yennaa dhagge maalalfate.