Luke 11:39 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre Goottaan isaan, “Isin Fariisaayoti muduunuu itti untanuu fi qorii itti nyaattanu gubbaa qulleessitan, keessi keessan ammoo joljolumma'aa fi hammeennaan guutameera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbooni waan isaani jed'e, Isani Farisayooni mudunufi qori gama ala ch'alla d'it'ani, ammo garaa keesa sabdoomafi hameennaani guutamtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Aabboon, “Isan Fariisotii muduunuu fi qorii duuba callaa dhixxan, garaa keessan keessa ammoo sabdoomaa fi hammeennaan guutamtan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaanillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Isin Fariisonni sabaree itti dhuddanii fi qorii itti nyaattan duuba isaa hin qulqulleessitan; keessi keessan ammo saamaa fi hammeennaan guuttameera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaanillee deebisee akkana isaaniin jedhe, «Isin Fariisonni sabaree itti dhuddanii fi qorii itti nyaattan duuba isaa hin qulqulleessitan; keessi keessan ammoo saamaa fi hammeennaan guuttameera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Gooftaan Yesus akkana ni jedheen, «Isin Fariisonni duuba kubbaaya'aatii fi qori'ii'llee qulqulleesitanii ni miican, keessa keessantti garuu saamichaa fi hammeenni, isinitti guutee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Goottaan isaan, «Isin Fariisaayoti muduunuu itti untanuu fi qorii itti nyaattanu gubbaa qulleessitan, keessi keessan ammoo joljolumma'aa fi hammeennaan guutameera.