Luke 11:4 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma nuuti worra nu yakkuuf araarannu, cubbuu teenna nuu araarami; [hantuu irraa nu eegi malee], ataabe'etti nu hin galchin!’ ” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbu teenna nu araarami, aka nuleeni nama nuti ch'ubbame araaramnu. Ilaalacha nutiini ind'ufiini.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
cubbuu teenna nuu araaram; akkuma nulleen nama nutti cubbamee araaramnu. Ilaallacha nutiin hindhufiin jedha!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma nu worra nu yakkaniif dhiifne, yakka keennallee nuu dhiisi. [Hamaa jalaa nu baasi]› ataabe'etti nu hin galchin.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma nu worra nu yakkaniif dhiifne, yakka keennallee nuu dhiisi. Hamaa jalaa nu baasi; ataabe'etti nu hin galchin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma nu worra nu miidhaniif dhiifama taasfinnu, balleesaa keenna nuuf dhiis. Gara qormaataatti'llee nu hin galchin› [hamaa jaalaa nu baasi malee.]»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma nuuti worra nu yakkuuf araarannu, cubbuu teenna nuu araarami; [hantuu irraa nu eegi malee], ataabe'etti nu hin galchin!› jedha'a» jedhe.