Luke 11:40 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gowwoole'e! Waaqi gubbaa dade keessa hin dannee?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani daalle, Waaquma ala mid'aaseti garaa keesale mid'aasaniti?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan dadaallee, Waaquma ala midhaseetti garaa keessaallee midhaseeniitii?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worra gurraan hin dhageenne! Rabbiin gubbaa uume keessa hin uumnee?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin worra gurraan hin dhagenne! Rabbiin gubbaa uume keessa hin uumnee?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin yaa gowwoota! Waaqinni ka duubanaa uume, ka keessaa hoo hin uuminne moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gowwoole'e! Waaqi gubbaa dade keessa hin dannee?