Luke 11:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo waan muduunu'uu fi qorii keessa jiru hiyyeeyyi'iif kenna'a, wonni duudiille isiniif hin qulqulloonti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan mudunufi qori keesa jira hiyyeeyii qooda, duuba wonti ch'ufti qulqullo isanii taati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo waan muduunuu fi qorii keessa jiraa hiyyeeyii qoodaa, duuba wantii cuftii qulqulloo isanii taatii.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garuu waan sabare'ee fi qorii keessa jiru hiyyeeyyi'iif kennaa'a. Yoo san wonti maruu isinii qulqullaayaa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin garuu waan sabaree fi qorii keessa jiru hiyyeeyyi'iif kennaa'a. Yoo san wonti maruu isinii qulqullaayaa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Burcuqqo'oo fi qorii keessan keessa waan jiru hiyyeesotaaf kennaa, kanaan duubatti wonitti marrinuu qulqulluu isiniif ni ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo waan muduunu'uu fi qorii keessa jiru hiyyeeyyi'iif kenna'a, wonni duudiille isiniif hin qulqulloonti.