Luke 11:44 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin irreensa beessisa hin qanne ka namooti adoo hin beekin irra deemanu waan fakkaattanuuf isiniif aanne'e!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani! Isani akuma awaala imullanne, ka nami ato imbeenne ira yau jirtani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaargala keessan! Isan akkuma awwaala hinmullannee, ka namii adoo hinbeennee irra yaa'uu jirtan” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin fakkeessitoota barsiisota Seera Muuse'eetii fi Fariisonni, awwaala soodduu hin qabne ka namoonni uduu hin beekin irra deeman waan fakkaattaniif isinii aanne'e!»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin fakkeessitoota barsiisota Seera Muuse'eetii fi Fariisonni, awwaala soodduu hin qabne ka namoonni uduu hin beekin irra deeman waan fakkaattaniif isinii aanne'e!»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni uduu hin beekin malikata ittiin deeman awwaalli hin qabnne waan fakkaataniif, isinii uunsha'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin irreensa beessisa hin qanne ka namooti adoo hin beekin irra deemanu waan fakkaattanuuf isiniif aanne'e!» jedhe.