Luke 11:47 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin raagota abbootiin teessan ijjeetteef irreensa waan ijaartanuuf, isiniif aanne'e!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani! Isani awaala raaga ababooti teesani fitt'e ijaartani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gaargala keessan! Isan warra awwaala raagota abaabootii teessan fixxee jaartan. Abaabota teessan ta dhumate
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Awwaala raattotaa ka abboonni keessan ajjeesan waan hojjattaniif isinii aanne'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Awwaala raattotaa ka abboonni keessan ajjeesan waan hojjattaniif isinii aanne'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Akkuma kana nabiyyoota abbootiin keessan ajjeesaniif, awwaallan isaanii bareechisu'uun ka hojjattan waan taataniif isiinii uunsha'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin raagota abbootiin teessan ijjeetteef irreensa waan ijaartanuuf, isiniif aanne'e!