Luke 11:48 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin waan abbootiin teessan hujjetti wolii galtane; isaan raagota ijjeessanee, isin irreensa isaanii ijaartanee mirkaneesitane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba isanileeni waan ababooti teesani taate quuftani; worri raagoota ijeese, isani awaala ijaartaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Duuba isaniilleen waan abaabootii teessan taate dhugeeffatan; warrii raagota fixee, isan ammoo awwaala jaartaniif.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu isin waanuma abbootiin keessan hojjatan san gargaara'aa dhugaa taasiftan. Isaan raattota ajjeesan, isin ammo awwaala isaanii midhaassitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu isin waanuma abbootiin keessan hojjatan san gargaara'aa dhugaa taasiftan. Isaan raattota ajjeesan, isin ammoo awwaala isaanii midhaassitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa nabiyyoota abbootiin keessan isaan ajjeesaniif awwaala isaanii hojjachiisuu keessaniin isin hirmmaattotaa hujii hamaa isaaniitiif isin ragoota.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin waan abbootiin teessan hujjetti wolii galtane; isaan raagota ijjeesanee, isin irreensa isaanii ijaartanee mirkaneessitane.