Luke 11:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo tanaaf beekkunsi Waaqaa, “Ani raagotaa fi ergantoota isaanitti erga; isaan garii hin ijjeessan kaan hin ari'an” jedha.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi Qalbiini Waaqaleeni waan jette, Anini raagafi ergattu worrati erga; nama gari ijeesani, ka gari gaargalchani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf Waaqiilleen qalbii isaatin dubbatee, ‘Anin raagotaa fi ergamtoota warratti erga; akka warra ergan keessaa nama garii ijjeesanii, ka garii gaargalchan’ jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Sababaa kanaaf Rabbi ogummaa ufiitiin, «Ani raattotaa fi ergamtoota isaanitti erga. Namoonni sunillee isaan keessaa gari garii hin ajjeesan, kaawwan ammo hin ari'an» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Sababaa kanaaf Rabbi ogummaa isaatiin, «Ani raattootaa fi ergamoota isaanitti erga. Namoonni sunillee isaan keessaa gari garii hin ajjeesan, kaawwan ammoo hin ari'an» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababaa kanaan'llee ogummaan Waaqaa akkana ni jetti, nabiyyootaa fi ergamittoota'llee gara isaanii ni erga, tokko tokko isaanii ni ajjeesan, worra hafan'llee ni ari'atan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo tanaaf beekkumsi Waaqaa, ‹Ani raagotaa fi ergantoota isaanitti erga; isaan garii hin ijjeesan kaan hin ari'an› jedha.