Luke 11:50 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre haga latti dadanteen jalqabee dhiiga raagota maraa ka jigeef dhalooti kun hin gaafatama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi d'iiga raagoota ch'ufa, ta haga lafti uumamte ijeesani, d'aloota kana iraa fed'ani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf dhiiga raagota, haga laftii uumamtee ijjeesanii, cufaa dhaloota kana irraa barbaadan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maarre dhaloonni kun dhiiga raattota maraa urga adunyaan uumamte irraa jalqabee dhangala'e maraafuu hin gaafatama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maarre dhaloonni kun dhiiga raattota maraa urga adunyaan uumamte irraa jalqabee dhangala'e maraafuu hin gaafatama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyyi lafaa yeroo uumamittee jala qabee dhiiga jige ka nabiyyootaatiif, dhaloonni kun murti'iin itti ni gaafatama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre haga latti dadanteen jalqabee dhiiga raagota maraa ka jigeef dhalooti kun hin gaafatama.