Luke 11:52 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin beekkoleen Seera Muuse'ee, furtuu balbala beekkunsaa kolbaa duraa waan futaneertanuuf, isiniif aanne'e! Isin ifiif hin seenne, worra seeniisaaf barbaadulle hin dhooggitan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesani, jara Seera beekhu! Fura balbala qorsuma fuutani; ufii seenu diddani, nama seenu fed'ule d'owartani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Gaargala keessan, jara seera beeku! Furaa balbala beekumsaa namaa duraa fuutanii; ufii seenuu diddanii, nama seenuu fedhuullee dhoortan” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin beettonni seeraa, furtuu balbala beekkumsaa waan fudhattaniif isin hobbaas! Ufii hin seenne, worra seenu'uuf ta'ullee hin dhooggitan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin beettonni seeraa, furtuu balbala beekkumsaa waan fudhattaniif isin aanne'e! Ufii hin seenne, worra seenu'uuf ta'ullee hin dhooggitan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Isin barsiisonni seeraa isinii uunsha'a! Furttuu balbala beekkomisaa ka ta'e furttuu dhuga'aa qabatanii jirttan, garuu isin mataan keessanuu hin aseenne, aseennuu worra barbaadan'llee akka hin aseenne ni dhoogitan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin beekkoleen Seera Muuse'ee, furtuu balbala beekkumsaa kolbaa duraa waan fuutaneertanuuf, isiniif aanne'e! Isin ifiif hin seenne, worra seeniisaaf barbaadulle hin dhooggitan» jedhe.