Luke 11:53 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus yennaa achii deeme, barsiisoti Seera Muuse'eetii fi Fariisaayoti guddoo moromanee, gaaffii marroo waan heddu'uu isa gafatanee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni achi deemnaani, jara Seera beekhufi Farisayooni guddo isa goyeesani waan heddu isa gaafatani,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii achii deemnaan, jara seera beekuu fi Fariisotii guddoo isa gooyyessanii waan hedduu isa gaafatan;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa inni waan kana isaanitti dubbate, barsiisonni seera Muuse'eetii fi Fariisonni waan inni dubbateen isa qabu'uuf yaadanii guddisanii morma'aa waan hedduu ka Inni dubbatuun tuttuqu'uunii jalqaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa inni waan kana isaanitti dubbate, barsiisonni seera Muuse'eetiif Fariisonni waan inni dubbateen isa qabu'uuf yaadanii guddisanii morma'aa waan hedduu akka inni dubbatu tuttuqu'uunii jalqaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus bakka sanii deemu'uuf yeroo ka'etti, barsiisonni seeraatii fi worri Fariisotaa'llee isa mormmu'uu fi gaafii baayi'ee'llee, dhiyeessu'uufii jala ni qaban,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus yennaa achii deeme, barsiisoti Seera Muuse'eetii fi Fariisaayoti guddoo moromanee, gaaffii marroo waan heddu'uu isa gaafatanee,